Faaruuhaaraaortodoksitewahidonagaan Biyya Keenyaaf F Taa Akliiluu Naatii Awulaachew

Faaruu Haaraa Ortodoksi Tewahido Nagaan biyya keenyaaf f taa akliiluu
Faaruu Haaraa Ortodoksi Tewahido Nagaan biyya keenyaaf f taa akliiluu

Faaruu Haaraa Ortodoksi Tewahido Nagaan Biyya Keenyaaf F Taa Akliiluu Nagaan biyya keenyaaf maatiwwaan waaqayyoo bakkuma jirtanitti nageenyi waaqayyoo isiniif haa bayyatu. subscribe share like comment gochuu hin d. Urgeeffadheen argee|faarfannaa haarawaa ortodoksii tawaahiidoo|f taa akliiluu awulaachoo|naatii.

Faaruu Ortodoksi Tewahido Gammadikaa Faarfataa akliiluu naatii
Faaruu Ortodoksi Tewahido Gammadikaa Faarfataa akliiluu naatii

Faaruu Ortodoksi Tewahido Gammadikaa Faarfataa Akliiluu Naatii Tulluu taaboritti|farfannaa haarawaa ortodoksii tawaahidoo|f taa akliiluu|naatii| awulaachoo. Ayyaana guyyaa dhalachuu iyyasuus kiristoos bara kanaa sababeeffachuun ogeessa muuziqaa fi faarfataa ermiyaas sanbatoo bbc waliin turtii gabaabaa godheera. Gaaffii bule hunda deebifnee biyya hunda keenyaaf taatu ijaaraa jirruuf sirni federaalizimii sabdaneessi murteessaa ta’uu akeeka. waan ta’eef guyyaa heerri mootummaa fdri itti ragga’e kabajna. lammileen itoophiyaas dibaabee biyyaalessaa jalatti tokkummaafi walitti dhufeenya jidduu isaanii jiru guyyaa itti calaqqisiisanidha. Kuufamni qormaatilee rogdaneessiifi wal xaxoo ta’an kunneen biyya hunda keenyaaf taatu, hunda keenyas fakkaattuufi hundarraas ijaaramte waloon milkeessuuf qormaata hamaa turan. kanaafis mareefi araarri biyyaalessaa akka biyyaatti gaggeeffamuuf jedhu rakkoo keenya duguugnee furuu kan dandeesisu waan ta’eef uummanni oromoo ajandaa.

Comments are closed.